Walga'ii Hafuuraa
Walga'ii Hafuuraa
Spiritual Conference
"Inn harka du'aa jalatti qabamee turuu waan hin dandeenyef du'aa kaafamera"
HoE. 2:24
1. Guyyaa (date) ·
Bitootessa (March) 26 – 28, 2010
2. Sagantaa (schedule) ·
Jimaata (Friday) gaafa 26 galgala 6 – 8:30
· Sanbata (Saturday) gaafa 27 ganama 9:00 – 11:00 (Sagantaa Tajaajiltoota)
· Sanbata (Saturday) gaafa 27 galgala 5:00 – 7:30
· Dilbata (Sunday) gaafa 28 ganama 10:00 - 12:00
3. Tajaajila Wangeela fi Faarfannaa
· Pastor Abtew Kebede · Faarfatoota Waldaa
4. Bakka (Place)
Waldaa Kirstiyaanaa Oromo
4000 28th Ave S. MPLS, MN 55406
Telephone 612 337 0374
Our Redeemer Oromo Evangelical Church
|




